Didaa

Schedule

Sun, 02 Aug, 2026 at 10:00 am

UTC+03:00
Location

Tulu Dimtu, Shewa, Ethiopia | Addis Ababa, AA

Advertisement
Si'ii fi nama tokkotu yakka ta'e tokkoof shakkamtanii wal faana to'atamtan haa jennu. Sin lamaan keessaa yakkicha kan raawwate eenyu akka ta'e murteessuuf ragaa ga'aan hin turre. Kanaaf, namni si faana hidhame sun yakkicha akka raawwate dhugaa akka irratti baatuuf filannoon siif dhiyaate.
1) Yoo yakkicha kan raawwate nama si faana shakkame sana akka ta'e dubbatte, ati bilisa baatee, namni sun ammoo waggaa 5f hidhama.
2) Yoo ati dubbachuu dhiiftee, namichi ammoo akka ati raawwattetti dhugaa ba'e, inni bilisa ba'ee, ati ammoo waggaa 5f hidhamta.
3) Yoo lachan keessan wal faana wal irratti dubbattan, sin lachuu waggaa 3f hidhamtu.
4) Yoo lachan keessanuu wal irratti dubbachuu dhiistanii callistan, waggaa 1f hidhamtu.
Garuu, filannoon kun kan siniif dhiyaate kutaa adda addaa keessatti waan ta'eef, lachan keessanuu filannoo walii dhaga'uu ykn beekuu hin dandeessan. Haala kana keessatti akkam goota? (Deebii micciiramaa hambisuudhaaf, dhugaa dubbachuu caalaa, faayidaa ofittummaa kee irratti xiyyeeffattee jirta jennee haa qabannu.🤗) Yoo callifte, waggaa 1 hidhamuu fi waggaa 5 hidhamuu keessaa tokkotu si eeggata. Yoo nama sanarratti dubbatte, waggaa 3 hidhamuu fi bilisa ba'uu keessaa tokkotu si eeggata. Akkam goota?🙂
Advertisement

Where is it happening?

Tulu Dimtu, Shewa, Ethiopia, Addis Ababa, Ethiopia

Event Location & Nearby Stays:

Know what’s Happening Next — before everyone else does.
Horroo Jaawwii Maccaa
Host or PublisherHorroo Jaawwii Maccaa

Ask AI if this event suits you